Attachment G7. Women’s Health Needs Study Eligibility Screener (Oromo translations)
Section |
Question |
English Question Text |
English Response Options |
Oromo Question Text |
Oromo Response Options |
Screener |
Intro |
Screener Start
Time |
|
Sa’aatii Sakatta’aan Itti Jalqabu Sa’aatii Daqiiqaa |
|
Screener |
Intro |
SECTION A: SCREENER |
|
KUTAA A: SAKATTA’AA |
|
Screener |
Intro |
The following questions will ask you general information about the languages you speak, where you were born, and your age. Please answer these questions to tell if you are a good fit for this study. |
|
Gaaffiilee ittii aanuu kan isiin gaafatu odeeffannoo waliigala waa’ee afaanoota isiin duubbattan, eessatti akka dhalattanii fi umrii keessan. Qorannoo kanaaf akka gaaritti gahoo ta’uu keessan himuuf maaloo gaaffiiwwan kana deebisa. |
|
Screener |
1 |
Have you previously participated in the Women’s Health Needs Study (WHNS)? |
Yes [END
SURVEY] |
Kanan dura Qorannoo Fadhii Fayyaa Dubartootaa (QFFD) irratti hirmaattanii ni beektanii?
|
Eeyyen [QORANNOO
XUMURII]
|
Screener |
2 |
Which of the following languages do you speak? [SELECT ALL THAT APPLY] |
Amharic Oromo |
Afaanoota armaan gadi keessa kam dubbattan? [KAN ILAALLATU HUNDA FILI]
|
Amaariffaa Oromoo |
Screener |
3 |
Which language would you prefer to use for this interview? [INTERVIEWER NOTE: IF YOU DO NOT SPEAK THE LANGUAGE PREFERRED, MAKE NOTE AND END INTERVIEW]. |
|
Afaan kam aff-gaaffii kanaaf fayyadamuu filattan? [YAADANNOO GAAFATAA: YOO AFAAN FILATAMAN HIN DUBBANNEE, YAADANNOO QABDHUUTII AFF-GAAFFII XUMURI]. |
|
Screener |
4 |
In which country were you born? |
Don't
Know |
Biyya tam keessatti dhalattan? |
Hin
beekuu |
Screener |
5 |
In which country was your mother born? |
Don't
Know |
Harmeen teessan biyya tam keessatti dhalatan? |
Hin
beekuu
|
Screener |
6 |
How old are you? |
Under 18 years
[END SURVEY] |
Umrii teessan meeqa?
|
Waggaa 18 gadi
[QORANNOO XUMURII] |
Screener |
N/A |
ELIGIBILITY
CHECK LIST |
|
TARREEFFAMA
GAHUUMSA MIRKANEESSU |
|
Screener |
N/A |
Screener End
Time |
|
Sa’aatii
Xumuriins Sakatta’aa |
|
File Type | application/vnd.openxmlformats-officedocument.wordprocessingml.document |
Author | Snead, Margaret C. (CDC/ONDIEH/NCCDPHP) |
File Modified | 0000-00-00 |
File Created | 2021-01-13 |